Qaree Kalatii fayyadamuu

Qaree Kalatii, fuula tokko irratti iddoo kamiyyuutti barruu galchuu hayyama.

To set the behavior of the direct cursor, choose - LibreOffice Writer - Formatting Aids.

  1. On the Tools bar, click the Direct Cursor icon Icon. Alternatively, enable Direct Cursor by going to Edit - Direct Cursor Mode.

  2. Galmee barruu keessaa, bakka duwwaa tokko keessa cuqaasi. Qareen hantuuttee kan jijjiiramuuf, hiriira isa barruu isa ati barreessiiteef akka fayyadu agarsiissuuf:

Align left

Align left

Centered

Centered

Align right

Align right

  1. Barruu kee barreessi. LibreOffice ofumaaan lakkoofsa sararawwan duwwaa barbaachisan, akkasumas yoo dirqalawwanii dandeessifamee, caancalawwanii fi iddoowwan saaga.